Back

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa baha jiddugaleessaa fi Afrikaatti imaltoota hedduu horachuudhan badhaasa bara 2019 badhaafame.

OBN Ebla 21,2011 - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa baha jiddugaleessaa fi Afrikaatti imaltoota hedduu horachuudhan badhaasa bara 2019 badhaafame.

Badhaasicha kan qopheesse garee Daandii Qilleensaa Chaayinaa Shaangaayi. Saganticharratti daandiiwwan biyyoota kaanii, badhaasa gosa biroo fudhataniiru.

Image may contain: 2 people, people smiling, people standing and suit