Back

Ispoortiin dubartootaa Itoophiyaa 3ffaan Magaalaa Jigjigaatti dorgomamaa ture olaantummaa Oromiyaatiin har’a xumurame.

OBN Bit.8,2011- Ispoortii Dubartootaa Itoophiyaa 3ffaan Gurraandhala 28 hanga Bitooteessa 8 bara 2011tti magaalaa Jigjigaattii dorgomamaa tureen Naannoon Oromiyaa shaampiyoonaa tahuun dorgomichii xumuramee jira.

Dorgoommi kanarratti Naannoon Oroomiyaa tapha oloomikiin  meedaaliyaa 31, Paaraa'oloompikiin meediyaalaa 37 fi tapha  oloompikii warreen gurraan hin dhageenyeen ammo meedaaliyaa 18 argachuun injifatteetti.

 Sirni Cufinsaa dorgommii Ispoortii dubartootaa kana irratti Koomishinara Itti Aanaa Komishiinii Ispoortii Feederaalaa Obbo Geetaachoo Baalchaa fi Koomishinara  Komishiinii Ispoortii Oromiyaa Obbo Naasir Huseen dabalatee hoggantootaa bakka bu'ootaa Ispoortii naannoolee fi feederaalaa argamaniru. Fahmi Abdurahmaanituu gabaase.

 


Isportii Isportii

An error occurred while processing the template.
Error on line 17, column 5 in 10157#10197#18949
article.getArticleImageURL(themeDisplay) is undefined.
It cannot be assigned to img
1<#assign liferay_ui = taglibLiferayHash["/WEB-INF/tld/liferay-ui.tld"] /> 
2  <#assign i=1/> 
3   
4<#list entries as entry> 
5	<#assign entry = entry /> 
6 
7	<#assign assetRenderer = entry.getAssetRenderer() /> 
8    <#assign className = assetRenderer.getClassName() > 
9     
10	<#assign viewURL = assetPublisherHelper.getAssetViewURL(renderRequest, renderResponse, entry) /> 
11 
12	<#if assetLinkBehavior != "showFullContent"> 
13		<#assign viewURL = assetRenderer.getURLViewInContext(renderRequest, renderResponse, viewURL) /> 
14	</#if> 
15	<#if className == "com.liferay.portlet.journal.model.JournalArticle"> 
16	<#assign article = assetRenderer.getArticle() > 
17    <#assign img = article.getArticleImageURL(themeDisplay) > 
18     <#if assetRenderer.getSummary(locale)!=""> 
19         <#if i<6> 
20      <div style="clear:both;font-family: serif,ebcfont;"> 
21       
22  <img src="${img}" width="90" style="float:left;height:60px;margin-bottom:10px;margin-right:10px" /> 
23	<a href="${viewURL}"><p style="font-size:14px;margin-left:10px;color:#0e0e0e;margin-bottom:8px;">${entry.getTitle(locale)}</p></a> 
24</div> 
25  
26     
27   
28   
29  <#assign i=i+1> 
30 </#if> 
31</#if> 
32	</#if> 
33 
34</#list>