Asset Publisher Asset Publisher

Back

Shaampiyoonaan atleetiksii Ityoophiyaa 48ffaan gaggeeffamaa jira.

OBN Ebla 30, 2011 - Shaampiyoonaan atleetiksii Itiyoophiyaa kaleessa istaadiyamii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale amma Caamsaa 4,2011tti tura.

Sirni baniinsaa kaleessa kan taasifame yammuu ta'u, dorgommichi gosoota atleetiksii addaddaatin guyyaa 2ffaaf itti fufeera.Maddi: FBC

Image may contain: one or more people and outdoor
Image may contain: one or more people, sky, shoes and outdoor
Image may contain: 1 person, shorts and outdoor